Jedhe_Jedhan

Jedhe_Jedhan

Jedhe_Jedhan

????????????????????
Sagal garagaleen
Sumaaf ala Oolee
Seeraan ofitti si qabeen
Heera keetiin Bulee


Siidaa keen siif Dhaabe
Uffannaa keen gaabbe
Siifis loluu dhaaphee
Siif haa ta'u hundinuu
Bagaan sillee Agabee 
Ja'e Ja'an Gurbaan
Jaartii Lammadaa Dhabe