Jaalala jechuun

Jaalala jechuun

Jaalala_jechuun

Jaalala jechuun waan
Salpaadhaa mitii 
Hammeenya jaalalaa
kan qabdeetu beekaatii

Mee naaf himaa
Warri isin qabde
Akkamitti isin qabde 
Eessa isin qabde?

An tiyyaa hudhaadha natti
Qabdee natti golgoleessite guyyaa
An tanaafiin hogguu
Kopaa taa'ee iyyaa

Jaalatamuu feenaan
Dursii of jaaladhu 
Erga of jaalatte 
Deebi'ii  nama jaaladhu