Guddisii karoorsi
Guddisii karoorsi
Waan milkeessuuf gootummaa si gaafatu karoorsi. Yeroo karoorsitu waan milkeessuuf amantii si barbaadu irratti xiyyeeffadhu. Waan tokko hubadhu bakka ati akka tasaa geessu hin jiru. Waan sammuu kee keessaa hin qabne alatti hin qabaattu. Badhaadhummaan, milkaa'inni jireenyaa sammuu kee keessaa eegala. Si'a barreeffama kana dubbistu waan tokko akka ati yaaddun barbaada, "Bakkan amma jiru kana akka ani jiraadhu kan godhe yaada kooti. Bakkan bor jiraadhus yaada kootu murteessa. Kanaaf, yeroon kun tarkaanfii jireenya koo jijjiiruu fudhachuuf yeroo gaariidha" jettee akka ati of yaadachiistun sitti hima. Goota jireenya isaa jijjiiru ta'i~
#yaadicha kan qoode:
