Hin fagaadhu sirraa

????Hin fagaadhu sirraa????
Osoo na jibbitee
Namaan na geessellee
Argaa koo dadhabdee
Yoo na tuffattellee
+
Hawwii kee deeffachuuf
Ana jaalattullee
Yaada kee argattee
Anaan na dhiiftullee
????
Ati na jibbitee
Anas cirriqfattu
Rabbitu naaf ragaa
Na keessaa hinbaatu
❤️
Si miidhuudha taati
Akka kee yoon tahe
Waa nan dhiisuu beeki
Ilaahiin ol tahee
❤️
Sin baasu ofkeessaa
Dhugaanin sijaallaa
Mudaa jaalala kee
Nagootee sakaallaa