Sin Argu Yoomuu

Sin Argu Yoomuu

Sin Argu Yoomuu 

Garagaleetiin si dhabee
Abjuu Dhugaa Sahee
Halkan Keessa Rafeen
Aduun Nattuu Bahee
Siin Arga An Silaa
Ija Dhugaatiin Tahee
Keeysi Kee waan Sobeefi
Wanti Ija koo Dahe

Sobaan Yoon mill'adhe
Hin argu Waan tokkoo
Iddoon fedhu dhiisee
Na arga ijji koo
Akkamiin haa laalee
Ofirraa yaada baasaa
Eeysa kee hamileen
Waa'ee keetuu Ibsaa