Hiriyyaa

Hiriyyaa
~ Hiriyyaa kee isa dhugaa jacha namaatiif ykn inni waa siin jedheef daftee garaa irraa murachuuf ykn waa isaan jachuuf hin jarjarin because
• JACHI NAMAA :- cimina ykn jaalala isin lamaan giddutti argamu san ilaalee waan addaan isin muruu fadheefi waan hin taaneen isin darbata.
• JACHA INNI SIIN JADHU :- Ilaaltee hin ariifatin yeroon inni waa siin jedhu san aarii qabaatuu mala waan taheef atiis rakkoo akkas isi jachisiifte san hubatteefii isa tasgabbeessuu qabda. ~ Jaalala keessan caalaa wanti isin fayyadu waan hin jirreef jaalalti teessan haa cimtuu ✊✊
{ Waan hunda dura jaalalaafii wal amantummaatu dursa }
GALATOOMAA LAFA NAGAYAA OOLAA ????????